id
stringlengths 1
6
| text
stringlengths 2
6.37k
|
---|---|
200 | Hiriyaa achitti horadhetu marii dheertuu booda miseensa jaarmaya sanii tokkotti na geesse.
|
201 | Cubbu keenya nuuf dhiise, ofitti nuu araarse, hidhaa keenya hiike, dukkana keenya ibse, nagaa en nuuf Kenne, dhiifama cubbu fi fayyina bara baraa isa karra Yesus Kristos Goofta keenya nama hundumaaf qophaa’e akka labsnuuf nuu erge.
|
202 | Mootummaan Wayyaanee jalqaba bara 2008 keessa godina addaa Oromiyaa kan jedhu uumuun Oromoota akaakayyuu fi abaabayyuun laficha irra jiraataa turan buqqisuun shiraan maqaa ’misooina’ jedhuun lafa Oromoo humnaan saamee towannaa isaa jala galchee jira.
|
203 | yemmuu kabajamu tuffii uummata Oromoorratti Jen/Samooraa Yaanus darbatame haqasaa agarsiisuuf.
|
204 | Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii dhimmaa Alquds/Jerusalem ilaalchisee labsii Traamp irratti sagalee kennuuf wal gahii ariifachiisaa kan yaame yootahu, Kora Khamiisa har’aa qophaayaa jiru irratti biyyoonni addunyaa sagalee akka Ameerikaaf kennan Ambaasadarri Ameerikaa Niikii Heelii xalayaa doorsisaa biiyyoota hundaaf kan barreessite tahuu gabaasni arganne ni mul’isa.
|
205 | Ammas Nabii Ibraahim du’aayi itti fufuun salaata irratti isaa fi ilmaan isaa akka gadi dhaabu Rabbiin kadhata.
|
206 | Dargaggeessi xomboora guuree Daamaraa Masqalaa gubee, Kormoomsaa daaraa masqalaa addatti dibatee, sirba masqalaa wal jalaa qabee sirbaa yiikkisee dhiichisu, shamarran dibbeen lafa goosan jaarsi biyyaa ija irraa hafaa, horaa bulaa jedhee naannoo ibsaa masqalaa dhaabbatee yeroo itti eebbisu dha.
|
207 | Haa ta’u malee, galii kaayyoo tokkoo beekuun ykn murteeffachuun barbaachisaa dha.
|
208 | Finfinneen magaalaa gudditti Oromiyaafi bakka teessoo Fedaraalaati malee dirree wal morkiifi Abbaa biyyummaa Oromoo laamshessuufi dhabamsiisuuf irratti koratanii ta’uu hin qabdu.
|
209 | Dhukkubsattoonni dhukkuba daddarboon hubamanis gorsa ogeeyyiirraa kennamu haalan hojiirra oolchuu qabus jedhu.
|
210 | Seerri Ameerikaa qaamoleen alaa waa’ee dhimmota muraasaa akka beeksisan ni-eyyama, haata’u malee, filannoo keessa harka akka galfatan hin-eyyamu.
|
211 | Qabiyyeetti darbi Kutaawwan Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Waldhibdee Tigraay: Komishiniin mirga namoomaa nageenyi lammiilee nagaa akka eegamu gaafate 5 Sadaasa 2020 Madda suuraa, EHRC/FB TPLF buufata waraanaa Izzii [ajaja] kaabaa irratti haleellaa raawwate jechuun MM Itoophiyaa Abiy Ahmad humni waraanaa TPLF irratti tarkaanfii akka fudhatan ajajaniiru.
|
212 | Ameen Kan Akka kee Hin Jiru - WikiMezmur: Mezmur Lyrics
|
213 | “Dhugumatti, isaan amananii fi hojii gaggaarii hojjatan, Jannanni Firdaws iddoo simannaa (qubannaa) isaaniif taatee jirti.
|
214 | Next JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Sadaffaa
|
215 | Waanuma dhugaa osoo asiif achi hin jallisne dubbatte.
|
216 | Kanaafu Rabbiin sodaanne filmii ilaalu yoo dhiisne boqonnaa sammuu ni arganna.
|
217 | Wayyaaneen obonboleettii bonaatii, yeroof huursiti malee hundee gadi fagoo hin qabduu.
|
218 | Alberti Inistaayin, “Addunyaan kun kan isheen baddu namoota jallina hojjetaniin osoo hintaane namoota jarreen kana callisanii ilaalaniini” jedhan jechuun qaamolee gocha malaammaltummaa raawwatanirratti gareedhaan duuluun murteessaa ta’uu ibsaniiru.
|
219 | Konkolattoota tajaajila hin laanees irra immo gabatee hiikaa akka jiran ragaaleen ni mul’isu.
|
220 | Kana irratti qoorannon goodhame kitaba ta’ee maxanfamee jira.
|
221 | Bareeddicha akka cirri, mul’ataa tuuta keessaa
|
222 | Warra Mirga Namoomaa hojjetaniif siyaasni ulfaataa dha.
|
223 | Yaanni Shaggar irraa ka’ee, farda Jiddaatiin gulufee Bacho isa geesse.
|
224 | Sababnisaa, namni Afaan Oromoo beeku kamiyyuu akkanatti waan hinfayyadamneefidha.
|
225 | Abiyyi Ahimad badhaasa Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 injifachusaaniif Ummata Itoophiyaa maraan baga gammaddan jedhaniiru.
|
226 | Kanaafi, Rabbiin kanatti akka gammadan akkana jechuun ibsa: Jedhi, “Tola Rabbiitii” kana jechuun Qur’aana qananii fi tola hundarra caalee Rabbiin gabroota Isaa irratti ooledha.
|
227 | Hundaafuu walumagalatti qabsoon Oromoo amma didirrisaa jirtu kun akkuma iddoo garitti qacacuu jalqabe kun guutuu Oromiyaatti yoo dhoo'e jiraachuu mootummaa wayyaaneef carraa dhumaati jedhamee yaadama.
|
228 | Rakkoon mul’ata adda addaa uume kun, akkaataa seenaa fi gaafiin biyyoolessaa Oromoo itti hiikamu natti fakkaata.
|
229 | Ergasi namtichi abdii kuta, du’aayis ni dhaaba.
|
230 | Amma Wayyaaneen buqqaatuttis qabsoon, FXGn kan duubatti hin deebine ta’uun amma dinaafis firaafis mirkana.
|
231 | Ayynaatuun kan ajjeefamte Harargee Bahaa, magaalaa Qobbootti.
|
232 | ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT رقم 2016/Lakk.
|
233 | MARII ADDAA HAALA YAROO FII MEDIA, AUG 17,8,2018 14 час.
|
234 | Tokko, wareegama Qabsoo kana jiraachisuuf kafalameedha.
|
235 | 2 - Bakka tokko tokkotti ummata, keesumaa ammoo alagaa Oromiyaa keesa jiraatan irratti fuullefatanii haleellaa dhaqabsiisuun A.
|
236 | Lakkoofsa 19-21 'hojjiwwan foonii' ni tarreessa.
|
237 | Kana jechuun kiyya Beekan matagale barressuu hin danda’u jechuu kiyya osoo hin tahin barreeffamni isaa dhandhama qabaachuu baatuuf barreessaa fakkaachuuf barreeffama bushaawaa tokko ittanee barreessuu isaa golguu hin barbaadu.
|
238 | Qorattootni namootni buna yeroo baay’ee fayyadaman fayyaa isaanif murteessaa akka ta’ee fi umurii dheeraa jiraachuf caarraa qabu jedhaniiru.
|
239 | Akkuma Waaqayyo nu jaallate u g Waaqayyoon Ni jaallannaa Ree?
|
240 | Kan wal-dhabe araarsuu fi kan gargar fagaate walitti fiduun hojii abbootii amantaa fi jaarsaati.
|
241 | Hojii isaanii jalqabaanis Arjantiinaa waancaa addunyaaf qaqqabsiisuun milkaa'anii jiru.
|
242 | Perkiins akka jettutti wal’aansa yaalii kana osoo hin-jalqabin dura ‘akka duutu yaadaa turte’.
|
243 | Hoggantoonii dhugaa kan har’a illee jiran;
|
244 | Akkuma isin jettan waanti isin asitti argitan Kitaaba qulqulluu isa Muummee Afaan Giriikiitiin “Textus Receptus”,
|
245 | Fakkeenyaaf sariitii (daara baaftuu) fi qanjeebuu.
|
246 | Wayyaaneetti mataa dhukubbii guddaa kan itti ta’ee jiru keessaa, baayyina ummata Oromoo fi baldhina dachee oromiyaa ti.
|
247 | Oromo / Afaan Oromoo from 0.
|
248 | Qananiisaan moo'amuu Mombaasaatti isarra ga'eerraa bayyanatee Shaampiyoonaa Addunyaa IAAF 2007 kan Osaakaatti geggeeffamerratti meetira 10,000n nama biyyasaa Silashii Sihiin moo'achuudhaan tokkoffaa ba'e.
|
249 | Kan bara barummaa anayeleyishinizimii (annihilationism) guutuu guuttii sirritti hubachuu kan hin dandeenye ilaalcha kan biraa dha.
|
250 | Benishangul godina Kamaashii keessa kan jiran aanaalee Oromiyaa keessumaa lixaa fi baha wallaggaa wajjin rakkoo nageenyaa uumameen lubbuu namaa fi qabeenyaa irra miidhaan dhaqqabuu waajjirri biiroo dhimmoota kominikeeshinii Oromiyaa beeksisee jira.
|
251 | Wanti gadifageenyaan laalamuu qabani fi anis yaada kiyya irratti ibsuuf deemu garuu gaafii qabsoon kun garamitti (karamitti) deemaa jira?
|
252 | Sana yoo saawwi nyaate nama foon dheedhii nyaatutti dabarsuu dand’a.
|
253 | Dhuma bara 2018 kan keessa qorannoo marsaa lammaffaa kanaan akkaataa lafa ballaa ga'uun hirmaannaan qorannichaa akka dabaluufi walqixxummaan hunda bira ga'u taasisuuf irra deebinee se'cca'uun dhiyeessineerra
|
254 | Akkasumas, miseensoonni kutaa kanaa yeroo hunda uffata danbii akka uffatan ajajuun akka qoratamanis waadaa galeera.
|
255 | Madda suuraa, Getty Images Ibsa waa'ee suuraa, Yaa'ii Addunyaa Misooma itti fufaa, Afriikaa Kibbaa bara 2002 Yaadni isaa qorannoowwan rakkoo biyyoota guddataa jiranii furuu danda'an jedhamanii yaadaman, garuu balaa qabaachuu malan, Kubaaniyyootni gurguddoo maallaqaan akka deeggaran jajjabeessuu ture.
|
256 | Oromoon gaaga’amaa of fakkeessaa hin jiran garuu gaga’amoota dhugaatii.
|
257 | Kaleessa gaafa filannoo biyyoolessaatiif dorgomus eddoo injifatametti korojoo hatee, lubbuu namaas galaafachiisee akka achi gahe wallaalamee miti.
|
258 | Guyyaa hardhaa Magaalaa Dirre-dhawatti dhalattoonni Somaalee Salaata Jum’aatiin booda mormii dhageessisaa turaniiru.
|
259 | Isaayaas akka miidiyaa Oromoo kana waliin gaaffii deebii godhu kan dirqe qabsoon ummata keenyaa kan gumaacha OMNiin wal qabatee finiine Wayyaanee raasuu danda'uu isaa ti.
|
260 | Ergasiis mootummaan hojiilee garagaraa hojjechuun imalli irra deebiin akka eegalu Labsii bobbii hojii 923/2008'n eegalchiiseera.
|
261 | Gareeleen mirga namoomaaf dhaabatan sirni Eertiraa keessa jiru jijjiiramuu qaba jechuun gaafatu.
|
262 | Waan maraafuu kan beekaa rafe … isa jedhan waan ta’eef qalbii isaaniif haa laatu jechuun ala waan jennuun hin qabnu.
|
263 | Injifannoolee tana galmeeysuuf, biyya keessa qofa odoo hin taane, biyyoota alaa keessattiis wal’aansoo cimtuu tu adeemsifame.
|
264 | Innis, "namni yakkaan shakkame eeruun poolisiif kennama, poolisiin galmee banee dhimmicha qulqulleessuu jalqaba, qorannoo yoo xumuru abbaa alangaaf dhiyeessa, abbaan alangaa qorannichi guutuudha jedhee yoo itti amane mana murtiitti dhiyeessee himata irratti bana" jedhan.
|
265 | Goodayyaa suuraa Jarreen kunneenis yoo isaan du'an afaanichi akka baduu dubbatu
|
266 | Amma harka mirgaa ka miidhame, ceekuu bitaa irra kaayatee, ganaa harka bitaatiin ciqilee qabatee akkuma rafaa turetti ol jedhee taa’e.
|
267 | Haa tahu malee hidhichi qulqullina guddaan hojjetamaa jiraachuu isaa osoo beekanii falmiif itti fayyadamu jedhan.
|
268 | Oromoon yeroo dheeraadhaaf qabsoo bifa garagraan taasisaa turuun ifa.
|
269 | Finfinnee, Hagayya 30,2010(FBC)- Atleetiin Keeniyaa Pool Kooch umriisaa waggaa 49ffaatti du’aan boqate.
|
270 | Paarkiin kun bishaan gurguddoo, karra gafarsaa kumaatamaan lakkaa'amaniifi roobii hedduu qabuun baayyee haawwatamaa ta'u himu Obbo Cammareen.
|
271 | Paartiileen siyaasaas gahee irraa eegamu bahachuu akka qaban gorsu.
|
272 | Carraa kana fayyadamees mootummaan yeroo gara garaa qabiyyee waantota Interneetiin gadhiifamanii sakkatta’ee dhogga, Gaazexeessitoota odeeffannoo Intrneetiin maxxansan ni hidha.
|
273 | Bara 1987 osoo Waajjiraa Barnootaa Magaalaa Dambi Dolloo keessaa hojjetaa jiruu dhimma siyaasaf qabamee eessa buuteen isaa dhabameera.
|
274 | Dhuukuubichii kan waliitii darbuu walquunamtii bishaan haaraa maxaantuun faalammeni.
|
275 | Sirna Bulchiinsa Mootummaa (Kutaa 3ffaa) Maalummaa Ofiin Of-bulchuu (Self-rule) Miseensota Federeeshinii
|
276 | ✎ Seenaa darbe caalaa ragaaleen, mallatoolee fi odeefannoon Guyyaa Qiyaamaa agarsisan baay’eedha.
|
277 | ” kana jechuun akkanumatti fi sobaan waan isin uumne seetu (yaaddu)?
|
278 | Abjoototaaf haa galatu amma waliitt dhufuu eegalaniiru.
|
279 | [Qur’aana] dura, namootaaf qajeelfama akka ta’aniif, Al-Furqaanin ni buuse.
|
280 | ''Qabatamaan akkuma beeknu miseensoonni boordii filannoo shan muudamuun alatti caasaan filannoo hanga gadiitti jiru hingeeddaramne,'' jedhu.
|
281 | 10 Fuulbaana 2020 Madda suuraa, Kelala Ibsa waa'ee suuraa, Qajeelfama Kalalaa Waggaa Sadii dura Salaam Museefi hiriyyonni ishee lama yeroo boqonnaa isaanitti buna waliin dhuguuf wal argan.
|
282 | Murtiin ajjeechaa itti murtaa'es boodarra gara hidhaa guututti jijjiirrame.
|
283 | Akka fakkeenyaatti Lidatuu Ayyaaloo fi Tolosaa Tasfaayee fudhachuun ni danda’ama.
|
284 | Must Listen: Waayee FDG fi Haala Uumata Oromoo Walliftooti Oromoo Akkamitti Ibsuu?
|
285 | Amanamummaa isaan, waan jedhe ni raawwata.
|
286 | Jalqaba jarraa 20ffaa booda qabsoon FDG haaluma facawaan yeroo fi bakkoota adda addaatti gototaan geggefamuu egale.
|
287 | Namooti mandara kanaa afaan kam waan dubbatan sitti fakkaata
|
288 | Akka Irreechi ayyaana aadaa Oromoo malee mallattoo amantii Waaqeffannaa hin tahin karaa dandaáme hundaan sabaaf addeessuutu irraa eegama.
|
289 | Hubadhaa OMN banamuun baatii 6 dura.
|
290 | Tapha darbii guyyaa Dilbataa Totanihaam waliin taasisan irratti, Totanihaam 2 fi 0n Arsenaaliin injifataniiru.
|
291 | Yaroo Wayaaneen obboleessa isaanii ajjeesse darbu isaanii immoo borsaa isaa keessaa waan qabu fudhatanii reefa isaa bineesa dagalaaf dhiisanii deemu.
|
292 | Yesuus gargaartota kudha lama fo’ate - Seenaa
|
293 | Hubannoon ykn dandeettiin gosoota hedduutu jiru: hubannoo miiraa, dandeettii gochaa, yaadannoo yeroo dheeraa fi kanneen biroo.
|
294 | Generaal Waaqoo Gutuu lakki ati gadi jedhiif (qomaa’iif) malee ani gadi hin jedhu jedhe.
|
295 | Manni marii magaalattii yaa’ii idilee Guraandhala 2009 taa’een dhaabbileen oodiittiin irratti argame hatattamaan tarkaniiffii sireeffamaa fudhachuun mana-marichaa akka dhiyeessan hubachiise ture.
|
296 | Biyyoonni muraasaa ammoo fageenya sanaa ol eegaa jedhaniiru: Fageenya meetira tokkoo – Chaayinaa, Deenmaark, Firaans, Hoon Koon, Liitaaniyaa, Siingaapoor Meetira 1.
|
297 | Garuu seenaan armaan olii kun akka inni itti barreeffametu seenaa dhugaati jedhee fudhachuuf narakkise dhiiroo na oofkalchaa!
|
298 | Warri kuni maallaqa guddaa, muuxannoo shira xaxuu guddaa, xinsammuu keenyallee waan beekaniif numa waliin dhahanii carraa kana nuharkaa butuu barbaadu jedhan.
|
299 | Waan Kadir Martu jedhe ilaalchisee ?
|